Fayyaa Oromoo logo Fayyaa Oromoo

Fayyaa Oromoo

by SHEGER-SOFT

🗂️ Health & Fitness

🆓 free

4.9/5 ( 931+ reviews)
Android application Fayyaa Oromoo screenshort

Features Fayyaa Oromoo

Fayyaan dhibee garaa garaa irraa bilisa ta’uudha.
Dhibeen kunneen sababaa garaagaraatiin kan nama qabu yoo ta’u of-eeggannoon namni tokko fayyaa qabaachuuf godhu murteessaadha.
Namni fayyaa ta’uuf fayyaan maal akka ta’e hubatee yoo dursee itti yaade carraan fayyaa ta’uu isaa warra fayyaan maal akka ta’e itti hin yaadne irraa wayya.Fayyaa ta’uuf nyaata filachuun, sproortii hojjachuun, ulfina qaama ofii eeguun, dhugaatii alkoolii dhiisanii bishaan dhuguu, tamboo xuuxuu dhiisuun dhibee garaagaraatif saaxilamuu irraa nama baraara.
Kanaafuu; Fayyaa Oromoo buufadhaa.

Secure & Private

Your data is protected with industry-leading security protocols.

24/7 Support

Our dedicated support team is always ready to help you.

Personalization

Customize the app to match your preferences and workflow.

Screenshots

See the Fayyaa Oromoo in Action

Fayyaa Oromoo Screen 1
Fayyaa Oromoo Screen 2
Fayyaa Oromoo Screen 3
Fayyaa Oromoo Screen 4

Get the App Today

Download on Google Play

Available for Android 8.0 and above